Quantcast
Channel: Haramaya University
Viewing all articles
Browse latest Browse all 1085

Hawaasa Naannawwaa Yuunivarsitii Haramaayaatti argamtan Hundaaf

$
0
0

Adoolessa 22 bara 2011 sadarkaa guutuu biyyatitti guyyaa tokkootti biqiltuuwwan miliyoona 200 dhaabuudhaaf karoorfamee irratti qophiin godhamaa akka jiru beekkamaadha. Waan kana taheef, hawaasni naannawwaa Yuunivarsitii Haramaayaatti argamtan hundii waamicha biyyaa kanarraa qooda akka lammummaatti isinrraa eegamu gumaachuuf, guyyaa jedhame kana ganama sa`aa 2:00 irra eegaltani iddoo biqiltuuwwan itti dhaabamuuf qophaawetti argamuun gumaacha isinrra eegamu akka  gootan waamicha isiniif goonee jira.

                                      Yuunivarsitii   Haramaayaa


Viewing all articles
Browse latest Browse all 1085


<script src="https://jsc.adskeeper.com/r/s/rssing.com.1596347.js" async> </script>